Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

Robsan Mako

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo app icon
4.8 stars15 reviewsFree
4+Version 2.0Updated 6/4/2020, 7:35:09 PM
Open in Store

Macaafa Qulqulluu Onesmus Nesib namni biyya Oromoo bar 1899ti Macaafa Qulqulluu afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oromootiin ga’ee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbiffatu godhe. Waggaa 120 booda, bara digitalaa (Digital Age) jedhamuundhaan kan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan geeddaramaa dhufe. Har’a namni baayyeen waa dubbisuudhaaf meeshaa harkatti baatamu (Mobile device)tti fayyadama. Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa Tokkumma Woldootii Oromoo Warra Wangeelaa Awurooppaa Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo kana dubbisoota jaarraa 21ffaaf yeroo dhiheessinu gammachuu guddaatu nutti dhaga’ama; dubbistanii akka itti eebbifamtanis abdii qabna! L.Dr. Tasgara Hirpo Robsan Mako Developed by Waktola Merdassa waktolam@gmail.com Amajji, 2020

Released
2020-01-17T08:00:00Z
Current version
2.0
Reviews & Ratings
4.8
out of 5
5
4
3
2
1
🌟 Loved by users
15 reviews

Screenshots

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo screenshot 1Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo screenshot 2Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo screenshot 3Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo screenshot 4Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo screenshot 5Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo screenshot 6