Nashiidaa Afaan Oromoo

K Technologies

Nashiidaa Afaan Oromoo app icon
4.5 stars1,153 reviews100,000+Free
Music & AudioEveryoneVersion 9.0Updated 1/24/2025, 1:14:04 PM
Open in Store
Manzuumaa/Nashiidaa qulqullina ol'aanaa qaban moosaajii kana keessaa argachuun ni danda'ama. Kan nama gammachiisu eega yeroo tokko Appii kana download gootanii, dhaggeeffachuuf qunnamtii interniitaa hin barbaadu (Offline) irratti guutuu isaa dhageeffachuun ni danda'ama.

Mata duree Nashiidaawwan moosaajii kana keessatti qophaa'nii.

♪ Arjooma Keetiinii
♪ Haqiiqaa Islaamaa
♪ AhmadNuuril Hudaa
♪ Maqaan Kee ol taanaanii
♪ Nu Badhaafte Diinii
♪ Rabbi Sa'alNaaka
♪ Laa Shariika Lahuu
♪ Keyru Kalqillaahi
♪ Nutti Araarami Yaa Mootii
♪ Salli wasallim Alaa Nabiyyi
♪ innal Hamdalillaahi
♪ Filatamaa Taanee
♪ Ashrafal Mursaliinaa
♪ Manba'i Rahmatii
♪ Saahibil Aayaatii
♪ Astagfurullaahil Aziim

Nashiidaa walitti qabuufi bifa kanaan qopheessuf ji'a jahaa ol nu fudhateera. Alhamdulillaah dhuma irratti milkaa'ee ummataan gahuu dandeenyee jirra.
Developer email
info@keenyaa.com
Developer website
https://keenyaa.com/
Released
Oct 23, 2020
Current version
9.0
Android version
5.0
Reviews & Ratings
4.5
out of 5
5
4
3
2
1
😊 Highly rated by users
1,153 reviews

Screenshots

Nashiidaa Afaan Oromoo screenshot 1Nashiidaa Afaan Oromoo screenshot 2Nashiidaa Afaan Oromoo screenshot 3Nashiidaa Afaan Oromoo screenshot 4Nashiidaa Afaan Oromoo screenshot 5